搜索优化
English
搜索
Copilot
图片
视频
地图
资讯
购物
更多
航班
旅游
酒店
笔记本
Top stories
Sports
U.S.
Local
World
Science
Technology
Entertainment
Business
More
Politics
时间不限
过去 1 小时
过去 24 小时
过去 7 天
过去 30 天
按相关度排序
按时间排序
Addis Standard
1 个月
Oduu: Dhaabbanni Chaayinaa BYD jedhamu MOENCO waliin ta’uun konkolaattota elektirikii ...
Finfinnee, Muddee 2024 – Dhaabbanni konkolaataa Chaayinaa BYD jedhamu gosa konkolaataa kompaaktii Haachbaak Seeguliifi Taang SUV dabalatee moodeelota konkolaataa elektirikii baatirii (BEV) shan ...
Addis Standard
1 年
“Dhaabbata akka Hooliwuudii fi Booliwuud Aartii Oromoof bu’uura ta’u danda’u ...
Finfinnee, Hagayya 04/2023 – Dhiibbaan Intarneetiin addunyaa irratti qabu yeroorraa gara yerootti dabalaa dhufuun yeroo ammaa kana uummata addunyaa irraa walakkaa ol intarneetii fayyadama. Fulbaana ...
Addis Standard
1 年
Oduu: Antoonii Bilinkan bilbilaan MM Abiy Ahmad waliin haasawaa taasisaniin haalli ...
Finfinnee, Fulbaana 29/2023 – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Blinkan Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad waliin bilbilaan mari’achuu ibsame. Blinkan haasawa MM Abiy waliin taasisaniin, ...
Addis Standard
1 个月
Oduu: Aanaa Sulultaatti haleellaa hidhattoonni WBO raawwataniin Ajajaa Poolisii aanichaa ...
Finfinnee, Muddee 11/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Sulultaatti haleellaa hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) kaleessa Muddee 10, 2024 raawwataniin Ajajaa Poolisii Aanaa ...
Addis Standard
2 个月
Oduu: Naannolee Oromiyaafi Amaaraatti namoonni yakka buttaafi ajjeechaa raawwatan hidhaan ...
Finfinnee, Sadaasa 21, 2024 – Naannolee Oromiyaafi Amaaraatti namoonni yakka buttaafi ajjeechaa raawwatan irratti adabbiin hanga hidhaa umrii guutuu murtaa’uu Sagaleen Ameerikaa gabaase. Naannoo ...
Addis Standard
5 个月
Oduu: Konfedereeshinichi mindaan hojjettoota dhaabbilee dhuunfaatiif akka dabalamuufi ...
Jijjiirama diinagdee hordofuun hojjaettoota dhaabbilee dhuunfaatiif mindaan akka dabalamuufi gulantaan mindaa gadi aanaa akka murteeffamu Konfedereeshiniin Hojjettoota Itoophiyaa gaafate. Jijiirama ...
Addis Standard
10 天
Oduu: Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti dargaggoonni lama milishootaan ajjeeffamuu ...
Finfinnee, Amajjii 15/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Harargee Bahaa aanaa Kurfaa Calleetti Amajjii 13, 2025 galgala dargaggoonni lama magaalaa Maayaa irraa gara aanaa Guraawaa motoraan imalaa osoo ...
Addis Standard
12 天
Oduu: Somaaliyaan miseensa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaa tahuuf kadhimamaa gochuun of ...
Finfinnee, Amajjii 10/2024 – Torban muraasa dura Itoophiyaan miseensa ta’uuf kaadhimamaa kan itti taate Mana Maree Nageenya fi Tasgabbii Afrikaaf, Somaaliyaanis kaadhimamaa of taasisuu ishee of ...
Addis Standard
12 天
Oduu: Aksumitti barattoonni Muslimaa hijaaba dhorkamuun galmeen qormaata biyyoolessaa jalaa ...
Finfinnee, Amajjii 11/2025 – Barattoonni Muslimaa kutaa 12ffaa Naannoo Tigraay magaalaa Aksum keessa jiran bulchiinsi manneen barnoota hijaaba akka ofirraa baasan isaan ajajuu hordofee qormaata ...
Addis Standard
4 天
News: Yaya Gulele district court in Oromia suspends operations after judges report assault ...
Addis Abeba– The Yaya Gulele District Court in North Shewa Zone of the Oromia region has suspended its operations following the reported beating and intimidation of two judges by government security ...
Addis Standard
5 天
Oduu: Maqaleetti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman dhorkaa hijaabaa mormuun hiriira gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 21, 2025 – Naannoo Tigraay magaala Maqaleetti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman dhorkaa uffannaa hijaabaarra kaa’ame mormuun guyyaa har’aa hiriira bahaniiru. Hiriirri kuni kan bahame ...
Addis Standard
1 个月
Oduu: Hojjattoonni mootuummaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa aanaa Maajii kaffaltiin mindaa ...
Finfinnee, Sadaasa 2024 – Hojjattoonni biiroolee mootummaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa godina Oomoo Lixaa aanaa Maajii ji’oota sadiif kaffaltii mindaa malee turuu Addis Standard’tti himan. Aanaa ...
当前正在显示可能无法访问的结果。
隐藏无法访问的结果
反馈